Leviticus 23:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga galgala guyya sagaleeso ka addreesa sunitifi galgala boriyyaate ka addeesa kud'ani, guyya Sabato ka boqatani tolfad'a womale inyaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jiini seenee guyyaa salgeesso'oo aduun dhiitee haga guyyaa kudhaneesso'oo haga aduun dhiitutti uduu homaa hin nyaanne guyyaan kun guyyaa addaa guyyaa Sambataa ka hara baafataa isinii haa ta'uu. » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun guyyaa Sanbataa ka itti foorfattanu isiniif te'uu ti; gad ifi qaba'aatii, ji'a san keessa galgala guyyaa sagaleesso'ootii jalqaba'aa, haga galgala guyyaa itti aanuutitti Sanbata ulfeessa'a» jedhe.