Leviticus 23:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu: Guyya kud'ani shaneeso ka jia torbeeso, jila Hoosa jalaqabad'a haga guyya torba tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; ji'a torbeesso'oo hennaa akkanaa ji'a keessa guyyaa kudha shaneesso'ootii jalqabee haga guyyaa torbaa Rabbiif ayyaana daasee keessatti ayyaanteeffattan ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati kolbaa Israa'eliitiin, ‹Mootiin Maraa: Ji'a torbeesso'oo guyyaa kudhanii shaneesso'ootitti jilti gose'ee ana Mootii Waan Maraatiif jalqabantee, haga guyyaa torbaa turtuu ti.