Leviticus 23:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jila Sabato ta torbaani ch'ufa male, waan isani hojja ch'ufa baaftanifi waan isani kakhu gula baaftanifi waan isani fed'i gula AABBO Waaqaa baaftani malele, waan jila tanale baasu maltani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin kennaa guyyaa Sambataatiin ala ka fedha keessaniin dhiyeessitan maraa irraa adda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansi asii olii kun marti guyyaa Sanbata kiyyaa, guyyoota kennansa keessan ka adda addaa, kennansa waadaa galtanee fi kennansa fedhii teessanii ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessitanu irratti ka dabalamee dhikaatu.