Leviticus 23:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya kud'ani shaneeso ka jia torbeeso, ka isani mid'aani keesani galfatani, jila tana guyya torba AABBO Waaqaa tolcha. Guyya qaraatiifi ka saddeeteeso lachu guyya boqotati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ji'a torbeesso'oo guyyaa kudha shaneesso'ootitti haga sanyii lafaa wolitti qabattaniin maayessa, haga guyyaa torbaatiif Rabbiin waaqeffattan; guyyaan duraa hara baafannaa isinii haa ta'uu; guyyaan saddeetesso'oollee guyyaa hara baafanna'aa isinii haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ji'a torbeesso'oo, guyyaa kudhanii shaneesso'ootitti, Midhaan keessan fichaa irraa galfattaneen duuba, guyyaa torba ana Mootii Waan Maraatiif jila tana jilifadha'a. Guyyaan jalqabaa guyyaa fooraa te'uu ti; guyyaan saddeetesso'oolle guyyaa fooraa te'uu ti.