Leviticus 23:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya qara mid'aani dadansa mukhi keesani baasu fuud'a, qooti meet'itifi ta dame mukha d'ibi ch'ira, guyya torba AABBO Waaqa keesani durati gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa duraa muka biyya keessan keessa jiru keessaa daraaraa hagoo'o; baala meexxi'iitii fi haafa muka lalisee qabattanii Rabbii Waaqa keessan afo'otti gammada'aa haga guyyaa torbaa ayyaana godhattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa jalqabaa sanitti, midhaan dadansaa, baala meexxi'ii, damee baala qadduu fi muka laga qarqaratti latu qabadha'aatii guyyaa torba ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan duratti firinxiixa'a.