Leviticus 23:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa jila tana guyya torba AABBO Waaqaa tolcha. Aadaani tunini ta d'alooti keesani haga jiru jireenna guutu male; jia torbeeso tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana kana haga woggaa torbaa Rabbiin afo'otti godhaa'a; kun seera ijoollee teessanii ka baraa haga bara baraa haa ta'uu; kana hennaa maraa ji'a torbeesso'ootitti hin ayyaanteeffattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jila tana wogguma wogga'atti ji'a torbeesso'oo keessa guyyaa torba ana Mootii Waan Maraatiif jila jilifadha'a; kun dhaloota dhufu maraaf seerata haga bara baraa te'uu ti.