Leviticus 23:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya torba hoosa keesati gala. Nami Israeli keesaa d'alate ch'ufti ha hoosati galuti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbaa daasee keessa teettan; kun akka hennaa ani biyya Misiriitii isin baasee daasee keessa isin kaaye ijoolleen ijoollee teessanii akka beekan ijoolleen biyya Israa'elii keessa jiraatan maruu daasee keessa haa taa'anii; ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torba gosee keessa tee'a'a; nami dhalootaan Israa'el te'e marti gosee keessa turuu ti.