Leviticus 23:43 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka akanaani d'alooti keesani aka anini worra Israeli duri hoosa keesati galche beekhu, gaafa anini lafa Misiri keesaa baase. Anini AABBO, Waaqa keesani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; ani kolbaa Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa yennaa baase gosee keessa akka le'anu akka isaan tolche dhalooti keessan tanaan beekan jedha› jedhiin» jedhe.