Leviticus 23:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani Musani, aka aada AABBO Waaqa tolchani biyya barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen waan ayyaana Rabbii kana ijoollee Israa'eliititti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen akka kanaan guyyoota jila Mootii Waan Maraatiif filamane kolbaa Israa'eliititti beessise.