Leviticus 23:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga guyya torba sorio Waaqaa baasa. Guyya torbeeso ammalle wolti baha, Waaqa kad'ad'a, huji teesani ta guyya ch'ufa hojattani guyya suni lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbaa ciincaa gubamu Rabbii dhiyeessaa'a; guyyaan torbeesso'oo wol gayii woyyootaati; guyyaa kanatti hujii kamiinuu hin hojjatinaa'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torba kennansa ibiddaan gubamu ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a; guyyaa torbeesso'oo yaa'ii woyyittii godhadha'a malee, ijjumaa hujii hin hujina'a» jedhe.