Leviticus 24:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha tokoti jira, ka abbaani isaa gosa Misiri, ammo haati gosa Israeli, haad'a isaa maqaani Shelomithi, isiini dubra Dibri, ka gosa Dani, worra Israeli keesa. Gaafa toko isaafi namichi gosa Israeli toko olla keesati woldidani. Woldida suni keesati namichi sunini Waaqa arabse, jennaani Musatiini d'ufani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko ka haadhaan nama Israa'elii ta'e; ka abbaan isaa ammo nama biyya Misirii ta'e tokko ijoollee Israa'elii jidduu bayee nama Israa'elii tokko woliin wol lole;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami haati isaa dubartii Israa'elii teete, ka abbaan isaa nama Gibxi'ii te'e tokko odduu Israa'elootaatitti gad bayee, Israa'elicha tokko woliin wol lolane.