Leviticus 24:11 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucaan haadhaan nama Israa'elii maqaa Rabbii waan arrabseef gara Muuse'ee fidaniin; maqaan haadha isaa Saloomiitii mucattii Diibirii nama gosa Daanii turte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi dubartii Israa'elii sun maqaa Waaqaa abaaree waan faanshesseef, gara Muuse'ee isa fidane; haati isaa intala Dibrii nama gosa Daanii ti; maqaan isi'ii «Shelomiit» jedhama.