Leviticus 24:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hid'aansa keesa kayani, haga waan AABBO Waaqi jed'u d'agayaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Rabbi adabbii attamii akka isaa kennan isaanitti himuuf tooyannaa jala oolchan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fedhi Mootii Waan Maraa haga isaanitti mudhatutti, isaan mana hidha'aatitti isa galchane.