Leviticus 24:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
armaa achi ha kara kanaani ijeesani. Nami Israeli, yokhaani nami gosa d'ibi ka worra keesa godaanuleeni, hojja inni maqa AABBO Waaqa arabsu, gumiini ch'ufti ha d'akhaani isa haate ijeeftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maqaa Rabbii arrabsu sirima haa ajjeefamuu; baniin maruu dhaga'aan tumee isa haa ajjeesuu; galaan nama biyyaa yoo maqaa Rabbii arrabsellee haa ajjeeffamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami maqaa Mootii Waan Maraa faanshessu ijjeefamuu ti! Kolbaan wolde'i marti dhaka'aan isa tumanuu ti; alagaalle te'u yookiin dhalataa biyyaalle te'u nami maqaa Waaqaa faanshessu ijjeefamuu ti.