Leviticus 24:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu: D'ad'a qulqullo booru inqamne, ka ifseeti naqanini koota, aka ifseeni hojja ch'ufa bobeetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoolleen Israa'elii akka hennaa maraa ibsaa ibsituuf dhadhaa ejersaa ka ibsa'aaf ta'u ka akka misha'atti tumamee cuunfame akka sii fidan ajaji.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ifi yennaa mara akka ifu, Israa'elooti zayitii qulluu muka ejersaa irraa cunfantee dhimbiibante akka sii fiddu ajaji!