Leviticus 24:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni lafe nama ch'abse lafe isaale toko ha ch'absani; yo inni nama suni ila toko basse isaale ha ila toko bassani; yo inni ilkaani toko nama keesaa buuse isaale ha toko keesaa buusani. Waan inni nama tolche ch'ufa isaale ha tolchaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka cabse cabsuu; ka ija balleesse ija isaa balleessuu; ka ilkaan cabse ilkaan isaa cabsuu; ka nama miidhe miidhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo inni lafee namaa casse, lafeen isaalle cadduu ti; yoo inni ila namaa balleesse, ilti isaalle badduu ti; yoo inni ilkaan nama casse, ilkaan isaalle cabuu ti. Akkuma nama dhibii miidhe, innille miidhamuu ti.