Leviticus 24:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan kana worra Israeliti hime jennaani worri nama suni olla keesaa baase d'akhaani d'aane ijeese. Akanaani worri Israeli waan AABBO Waaqi Musani jed'e guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen haga waan kana maraa dubbatee raawwate namicha Rabbiin arrabse san lafa itti quphatan sanii baasanii dhaga'aan dhayanii ajjeesan; akkaataa kanaan baniin Israa'elii akkuma Rabbi Muusee ajaje godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen waan kana mara kolbaa Israa'eliititti hime; isaan namicha san addee quttumaatiin alatti baasanee dhaka'aan tumanee ijjeesane. Akka kanaan kolbaan Israa'elii waan Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje mara goote.