Leviticus 24:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galgala ch'ufa Harunini ha ifse suni bobeese, haga lafti bariituti d'aamu d'owuti, golla Waaro Woyyuma keesa jiruni ala, AABBO Waaqa durati. Aada tana haga jiru jireenna tolchu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon galgala maraa ibsaa san hin qabsiisa; inni saanduuqa waada'aa afo'otti hulee woyyittii woyyootaa daasee keessatti golgaan ala afoo Rabbiititti haga bariituuf ifa'aa bula; kun baraa haga bara baraa ijoollee ijoollee teessaniitii seera haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaron Dunkaanii Woldeenna'aa keessatti, gollaa dhugaa bayaatiin alatti, galgalaa haga ganamaatitti, ifa yennaa mara ana Mootii Waan Maraa duratti tarree galchuu ti; kun dhaloota dhufu maraaf seerata haga bara baraa te'uu ti.