Leviticus 24:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qit'a ch'ororsani suni hit'aana irati aarsi, aka hit'aani suni AABBO Waaqa durati qaabacha waan gubani tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun kennaa ibiddaan Rabbii ciincaye ta'uu isaa beessisu'uuf hixaana qulqulluu tarree lamaanuu irra kaayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xaltaa daabbo'oo san woliin qooda yaadannoo kennansa ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu akka te'u, hixaana qulluu tarree lamaan san irra kaayi.