Leviticus 24:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato ch'ufa, haga jiru jireenna, qit'a suni ha AABBO Waaqa dura kayani. Tunini huji worra Israeli, haga jiru jireennati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana hennaa maraa Rabbiin afo'otti guyyaa Sambataa maraa tartiibaan haa godhuu; kun ijoollee Israa'elii biratti waadaa baraa haga bara baraa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaron bakka kolbaa Israa'elii bu'ee daabboo tana, Sanbata mara ana Mootii Waan Maraa duratti tarree galchuu ti. Tun Gondooroo bara baraa teetuu ti.