Leviticus 25:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani ganna shantameeso koba baasa, qulqulleesa, nama lafa teesani jiru ch'ufa waan balchooma iti hima. Ganni suni ganna gammada isanii taha, nami ch'ufti ha d'ala ufitifi worra ufiti galuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan guyyaa shantameesso'oo adda baaftanii worra biyya teessan keessa jiraatan maraa wolabummaa isaanii labsitan; lafti achiin dura gurgurame maruu abba'aa yookaan fiixaa abba'aa maraaf hin deebi'a; namni garboomee gurgurame gara worra ufii deebi'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa shantameesso'oo woyyoonsa'a; namoota biyya teessan keessa jiru maraaf bilisummaa lassa'a. Woggaan tun jila woggaa shantameesso'oo isiniif teetuu ti. Woggaa tanatti tokko tokkoon keessan gara qabeenna maatii teessaniitii fi gara fira keessanii deebi'a'a.