Leviticus 25:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni sunini ha ganna qulqullo isanii tahu; waan oobruuni ufiini baaftu ch'alla nyaad'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoobeeliyuu yookaan guyyaa wolaboomaa waan ta'eef guyyaa woyyuu isinii haa ta'uu; waan akkanumaan marge nyaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaan shantameesso'oo jila woggaa shantameesso'oo waan teeteef, ta woyyoonte isiniif teetuu ti; waan fichaa keessatti ifiin late callaa nyaadha'a.