Leviticus 25:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki isani gati lafa suni iti wold'at'ani buufatani akana: ganna lafti sagale baaftu, ka ato ganni jabaani woi wolideebisani suni ingahiini gula buufad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoobeeliyu'uun maayessa akkuma laakkobsa wogga'aatitti goshoo kee irraa bitta; innillee akkuma laakkobsa woggaa midhaan galuutiin sitti gurgura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka bacinna laakkossa woggoota jila woggaa shantameesso'ootiif hatteetitti shallaga'aatii nama biyya teessanii irraa bitadha'a. Innille akka laakkossa woggoota midhaan irraa galfatiisa dande'anuutitti shallagee gurguruu ti.