Leviticus 25:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ganni suni heddu taate gatini oldeemti, ammo yo ganni suni gabaaba taate gatini gadideemti; wonti akanatiifi wonti gurgurani waan lafti suni ganna hafe suni keesa namaa baaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma baay'inna wogga'aatiin gatii isaa baay'eessita; akkuma woggaan dhidhateen gatii isaa dhidhifta; akkuma laakkobsa midhaan galuutiin sitti gurgura;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni inni isinitti gurguru laakkossa woggaa isin midhaan irraa galfattanuun waan te'eef, yoo woggaan hedduu teete, gatii itti dabala'a; yoo woggaan diqqoo teete gatii irraa cassa'a.