Leviticus 25:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seerafi aada AABBO Waaqa ch'ufa jabeesa guuta, aka lafa tana keesa nagayani teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seera kiyya raawwadhaa'a; ajaja kiyyallee eegaa'a; raawwadhaa'a; biyyattii keessa nagayaan jiraattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Lafa irra nageyaan akka leetanu, seerata kiyya eegadha'a; seera kiyyaaf ajajamiisaafille ifi eegadha'a.