Leviticus 25:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami ganna torbeeso, Maani nyaanna yo woma oobrane imuratini jed'e gaafate wonti anini jed'uuni tana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin yoo midhaan facaafnee haamne wolitti hin qabanne woggaa torbeesso'ootitti maal nyaanna? jettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isin: yoo hin facaafatin yookiin midhaan yoo hin galfatin woggaa torbeesso'oo keessa maan nyaanna jettanee gaafattan fa'a te'a.