Leviticus 25:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa isani ganna saddeeteeso oobru oobrattani isani mid'aanuma ganna jaeeso murattani kaani nyaatani. Ammalle haga isani mid'aani ganna suni oobrattani murattaniti, sagale ind'abdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa saddeetesso'ootti hin facaaftan, haga woggaa salgeesso'ootitti uduu midhaan moofaa nyaattan midhaan kaan galfattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa saddeetesso'ootitti midhaan yennaa facaafattanu, midhaan galisoo san nyaattan; haga midhaan woggaa sagaleesso'oo galfattanulle'etti midhaanuma san nyaatan.