Leviticus 25:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti isani keesa teetani tunini teesaniniti ta Waaqaati, isani lafa tanati keessuma fakaatani. Tanaafi suni halala namati ingurgurina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafti waan tiyya taateef isin lafa san hin gurgurinaa'a; lafti tiyya malee teessan waan hin taaneef; isin akka nama namatti galee jiraatuu taatanii akka irra teettaniif isinii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Latti tiyya waan teeteef, isin ammoo alagaa yenna'aaf lafa tiyya irra jirtanu waan teetaneef, latti gurgurantee achumaan hin hafin.