Leviticus 25:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo akasi taate, inni nama lafa suni isa iraa bite kaani ha beese baasu. Ato ganni jabaani woi woli deebisani kaani ingahiini, beese suni ha ganna lafti sagale baaftu kaani gula buufatani. Duuba inni dandae lafa isaa taani argate iti deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo waan gayaa lafa furatuun argate laakkobsa bara bitatee laakkayee abbaa sanii haa deebisuu; innillee gara lafa ufii haa deebi'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa san haga itti gurgureen jalqabee, woggoota dabarane laakkowee, waan irraa hafe namichaaf deebisuu ti.