Leviticus 25:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna jaa oobru oobrad'a, mukha zabibu kolkola, mid'aani galfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa jahaa midhaan facaafadhaa'a; muka woyini'iillee muradhaa'a; sanyii isi'iillee galfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa jaa fichaa keessanitti facaafadha'aa, muka woyni'ii keessanille quxadha'aatii, midhaan keessan galfadha'a.