Leviticus 25:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maneeni ollowani naabo d'akha inqamne, aadaani isii ha tauma oobru taatuti; nami duri horate d'uga qaba, aka deefatu, ammalle ganna jaba woi woli deebisaile indeebisanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manniin ganda dallawa hin qabne keessa jiraatan garuu akka maasa'aatitti laallaman hin furatanille'e; woggaa Iyyoobeeliyu'uutittillee gad dhiifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manooti ollaa dalleya dhaka'aa hin qanne keessa jiranu ammoo akka mana diida keessa jiruutitti laakkowamanee, wodamanee, woggaa shantameesso'oo keessa deebifamanuu ti.