Leviticus 25:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo taatule worri gosa Lawi d'uga qaba, aka yo fed'u ch'ufa waan ufi dira worra kennani keesati bite deefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaa ka qachaa san keessa jiran mana san furachuu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, worri Lewwootaa manoota qachaa isaanii keessa jiranu yennaa mara wodatiisaaf mirga qaban.