Leviticus 25:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami Lawi dira akasi suni keesati mana gurgurate deefachu dide, ganna jaba woi woli deebisani kaani keesa mana suni isaa deebisu malani; wonti akanatiifi maneeni Lawi ta dira suni haga jiru jireenna ta worrati, gosa Israeli keesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee worra Leewwi'ii irraa bitee jidduu ijoollee Israa'eliititti manniin qachaa sanii ka leewwotaa ristii ijoollee Israa'elii waan ta'eef manni isaanii ka gurgurame woggaa Iyyoobeeliyu'uu hin deebi'aaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manooti qachoota Lewwootaa keessa jiranu, odduu Israa'elootaatitti qabeenna Lewwootaa waan te'aneef, worri Lewwootaa mana qachoota ifii keessaa gurguranee yoo wodatiisa dhabane, woggaa shantameesso'ootitti manni sun Lewwootaaf deebi'uu ti.