Leviticus 25:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woma ira infud'atini, ammo Waaqa sodaad'i, inni ha sibira tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessa kee ka si woliin jiraatu irraa dhala hin fudhatin; Rabbii kee sodaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo ana Mootii Waan Maraa keessan sodaadha'a; akka inni odduu teessan le'uuf, waan tokkolle dhalaan isa irraa hin fudhatina'a.