Leviticus 25:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beese atini isaa liqeesitele tirfi ira imfud'atini, sagale atini iti gurgurtele tirfi keesa imbarbaadini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horii kee dhalaan hin liqeessin; waan horiin nyaatu bu'a'aan namaa hin kennin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beesee teeti dhalaan isaaf hin liqeessin; sagalee isatti gurgurtu irraa bu'aa hin barbaadin.