Leviticus 25:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini dubbi AABBO Waaqa keesani, kafa Misiri keesaa isani baase, Waaqa keesani tahe lafa kanaani isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waaqa keessan ka biyya Kana'aanii isinii kennu'uuf, Rabbiin isinii ta'u'uuf biyya Misiriitii isin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan, ka lafa kana'aanii isiniif kenniisaaf, Waaqa keessanille isiniif te'iisaaf, biyya Gibxi'ii keessaa isin baase.