Leviticus 25:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli tissele AABBO Waaqaati ka inni lafa Misiri keesa baase; tanaafi worra gurgurani tisse tolchu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garboota tiyya ta ani biyya Misiriitii isaan baase waan ta'aniif isaan akka garbootaatitti akka hin gurguramne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti tajaajiltoota tiyya ta ani biyya Gibxi'ii keessaa baase waan te'aneef, akka garbaa hin gurguramin.