Leviticus 25:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle dandeetani d'aala ilmaani teesani dabarsitani, duuba worri haga jiru ilmaani suni ha hojatu. Ammo nama gosa teesani ka Israeli tokole indabsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiniin maayessallee ijoolleen teessan isaan haa dhaalanii; isaan keessaa bara baraan garboota bitattan; ijoollee Israa'elii obboleewwan keessan garuu hunnaan hin horatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka qabeenna keessanii ijoolleen teessan isaan dhaaltuu ti; bara jiruu isaanii mara garboota isaan godhatuu dandeettan. Te'uu malee Israa'eloota obboleeyyan teessan gadhi-jabeennaan hin bulchina'a.