Leviticus 25:49 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yokhaani abuyyaani isaa yokhaani dubrini isaa yokhaani fiit'aani isaa d'ibiini dandeete beese baafte isa deebifti; yokhaani yo inni beese horate dandae beese baase ufi deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan eessumni isaa yookaan ilmi obboleessa isaa gosa isaa keessaa, aanaan isaa yookaan inninuu yoo waa qabaate haa furatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
wosiilli isaa yookiin ilmi wosiila isaa yookiin sanyii worra isaa keessaa nami tokko isa wodiisa hin dande'a yookiin inninuu yoo karra dhaggate ifi wodatiisa hin dande'a.