Leviticus 25:50 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha nama isaa biteeni woldubbatani, ganna haga inni ufi gurgureti asi haga ganna woi woli deebisani kaani hedani, gati isaa hojatu kennani gula heregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama irraa bite san woggaa irraa bite san irraa jalqabee haga woggaa Iyyoobeeliyu'uu haa laakkawuu; horiin inni bitateenillee akkuma laakkobsa wogga'aatiin haa ta'uu; haguma namichi isa biratti qaxarame hojjate gatiin isaa laakkayamaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni woggaa ifi itti gurgureen jalqabee haga woggaa shantameesso'ootitti nama isa bitate san woliin yennaa isaa laakkowanuu ti; gatiin inni ittiin lakkifamu akka laakkossa woggoota saniititti, akka nama qaxaramee huju tokkoof kaffalamutti shallagama.