Leviticus 25:53 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma nama gannati beese hereganifi. Nami inni hojatufi isa indabsini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggama wogga'aan akka nama waa hojjatuutitti isa woliin haa jiraatuu; hunnaan isa hin horatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka nama wogga'aa gara wogga'aatitti qaxaramee le'uu ti; namichi isa bitate sun isin duratti gadhi-jabeennaan isa hin bulchin.