Leviticus 25:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja kara kana tokoleeni isa gadi ind'iisini, isaafi ilmaani isaale ha ganna woi woli deebisani kaani gad'iisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa kanniin maraa keessatti garuu yoo lafa hin furanne woggaa Iyyoobeeliyu'uutitti ijoollee ufii woliin haa bawuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan yoo wodamiisa dhabe, innii fi ijoolleen isaa jila woggaa shantameesso'ootitti gad lakkifamanuu ti.