Leviticus 25:55 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa Israeli dandate haga jiru tisse namaa intahu, wonti akanatiifi worri tissele tiyya ta anini lafa Misiri keesaa baase. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii garboota tiyya ta ani biyya Misiriitii isaan baase; ani Rabbi Waaqa keessan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaan Israa'elii tajaajiltoota tiyya; isin tajaajiltoota tiyya ta ani biyya Gibxi'ii keessaa baase; ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan› jedhiin» jedhe.