Leviticus 25:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hori keeti, bineensa alaa ka oobru teeti galule, waan isiini baaftu ch'ufa nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hori'ii fi bineensa biyya kee keessa jiru maraaf nyaata haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horii keetii fi bineensa biyya teeti keessa jiranu maraafille sagalee te'uu ti.