Leviticus 26:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja mid'aani murattanile fulla iti galfatani d'abdani yo mid'aani qara kaani khod'o keesa baaftani male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan moofaa hennaa dheeraa lafa taa'e nyaattan; midhaan haarawa uduu hin galfanneen dura moofaa yaaftan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin midhaan bara dabaree adoo nyaattanuu, midhaan bara haareyaatiif addee dhaggatiisaaf, midhaan bara dabaree san hin haxoottan.