Leviticus 26:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa keesani ka lafa Misiri keesaa isani baase tisse tahu isani d'owe. Anini qaampara keesani ch'abse oli isani jechisiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isin garboota isaanii hin taaneef biyya Misiriitii ka isin baase ani Waaqa keessan; qambara garbumma'aa keessan cabsee akka ol jettanii deemtan isin godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin haganaa achi worra Gibxi'iitiif garba hin teene, biyya Gibxi'ii keessaa ka isin baase, ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; ani waanjoo garbumma'aa isin irraa cassee, ol jettanee akka deentanu isin godheera.