Leviticus 26:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jila tiyya ch'ufa jabeesa fulla iti na kad'atanile ulfeesa. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambata kiyya eegaa'a; hulee woyyittii tiyya kabajjaa'a; ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti! Guyyaa Sanbataa kiyya eegadha'a; addee woyyittii tiyyaafille ulfinna kenna'a.