Leviticus 26:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini woraana isaniti buusa waan isani wold'aqisa keenna ch'absitanifi; ammalle yo isani lubbu d'eetani dira keesaniti galtanile anini d'ukuba hama isaniti buuse, duuba isani ufumaani harka nyaapa keesaniti ufi kennitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan waada na woliin galtan diiddaniif woraanaan haluu isin baya; isinillee gara ganda keessanii deemtan; beela isinitti gad dhiisa; harka diinaatitti dabarsee isin kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroo tiyya waan diiddaneef, haluu bayiisaaf, shallaagaa isinitti hin fida. Yennaa isin qachaa keessatti wolitti qabantanu, ani balaa odduu teessanitti hin erga; harka diinaatitti dabarfantanee hin kennantan.