Leviticus 26:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini dallansu tiyya keesa isaniti gargale gaargala keesani haga qarale ira guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
anillee lolaan isinitti deema; waan cubbuu keessaniitiif adaba dachaa torba isin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
achiin duuba aarii tiyyaan isin mormee, sababa cubbuu teessaniitiif, dachaa torba isin hin adaba.