Leviticus 26:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla isani waaqa iti kad'atani, ta gaareeni gubba, balleese, waan isani hit'aana irati aarsitanile ch'ufa ch'ach'abse, reefa keesani waaqoota isani harkaani mid'aafatani irati tuula. Anini aka hama isani jibbe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee gaaraa ka isin itti sagaddan hin diiga; fakii adu'uu keessanillee hin balleessa; reeffa keessan waaqa keessan tolfamaa ka kufe irratti gata; ani guddisee isin jibba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee waaqonfanna'aa teessan hin balleessa; addee ciinca'aa teessan ta hixaanni irratti aarfamu hin diiga; reeffa keessan waaqota dharaa keessan ka lubbuu hin qanne san irratti hin tuula; isinille hin diqadha.